Uumama 25:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kanaafuu, Esaawu Yaaqoobiin, “Maaloo, waanan dadhabeef,* dafiitii ittoo diimaa kee sana* irraa xinnoo* naaf kenni!” jedhe. Maqaan isaa Edoom*+ kan jedhame kanaafi. Uumama 36:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+
30 Kanaafuu, Esaawu Yaaqoobiin, “Maaloo, waanan dadhabeef,* dafiitii ittoo diimaa kee sana* irraa xinnoo* naaf kenni!” jedhe. Maqaan isaa Edoom*+ kan jedhame kanaafi.
8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+