Keessa Deebii 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+
5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+