Uumama 42:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yoseef biyyattii keessatti nama aangoo qabu ture;+ namoota lafa irraa hundumaatti midhaan kan gurgurus isa ture.+ Kanaafuu, obboloonni Yoseef dhufanii adda isaaniitiin lafatti gombifamanii isaaf sagadan.+ Uumama 42:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yoseefis yeruma sana abjuu waaʼee isaanii arge yaadate;+ achiis, “Isin basaastota dha! Naannoowwan biyyattii warra dadhaboo taʼan* ilaaluuf dhuftan!” isaaniin jedhe.
6 Yoseef biyyattii keessatti nama aangoo qabu ture;+ namoota lafa irraa hundumaatti midhaan kan gurgurus isa ture.+ Kanaafuu, obboloonni Yoseef dhufanii adda isaaniitiin lafatti gombifamanii isaaf sagadan.+
9 Yoseefis yeruma sana abjuu waaʼee isaanii arge yaadate;+ achiis, “Isin basaastota dha! Naannoowwan biyyattii warra dadhaboo taʼan* ilaaluuf dhuftan!” isaaniin jedhe.