LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 44:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yihudaanii+ fi obboloonni isaa gara mana Yoseefitti yommuu seenan, inni amma iyyuu achuma jira ture; isaanis isa duratti lafatti gombifaman.+

  • Uumama 45:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Hatattamaan gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa: ‘Yoseef ilmi kee akkana jedha: “Waaqayyo guutummaa biyya Gibxii irratti gooftaa godhee na muudeera.+ Utuu hin turin gara kootti gad buʼi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi