LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Nuti maasii walakkaatti bissiiwwan* hidhaa turre; yeroo kanatti bissiin koo kaʼee dhaabbate; achiis bissiiwwan keessan itti marsanii bissii kootiif sagadan.”+

  • Uumama 37:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sana booda inni ammas abjuu tokko arge; achiis, “Ani abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti aduun, addeessii fi urjiileen 11 anaaf ni sagadan”+ jedhee obboloota isaatti hime.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi