-
Iyyaasuu 19:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Achiis daangaan sun gara Raamaatti deebiʼee hamma magaalaa Xiiros+ ishii dallaa dhagaa qabduutti fagaata. Achiis gara Hosaatti deebiʼee galaana isa naannoo Akziib,
-
-
Iyyaasuu 19:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Dhaalli gosti Asheer akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture.+ Magaalonnii fi gandeen isaanii kanneen kana turan.
-