2 Saamuʼel 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Hiiraam+ mootiin Xiiros ergamtoota gara Daawititti erge; kana malees, ijaarsa dallaatiif saanqaa gaattiraa,+ akkasumas anaaxotaa fi namoota dhagaa bocan ni erge; isaanis Daawitiif mana* ijaaruu jalqaban.+ 1 Mootota 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Hiiraam mootiin Xiiros+ yeroo hunda michuu Daawit waan tureef,* Solomoon bakka abbaa isaa mootii taʼee akka dibame yommuu dhagaʼu tajaajiltoota isaa gara Solomoonitti erge.+
11 Hiiraam+ mootiin Xiiros ergamtoota gara Daawititti erge; kana malees, ijaarsa dallaatiif saanqaa gaattiraa,+ akkasumas anaaxotaa fi namoota dhagaa bocan ni erge; isaanis Daawitiif mana* ijaaruu jalqaban.+
5 Hiiraam mootiin Xiiros+ yeroo hunda michuu Daawit waan tureef,* Solomoon bakka abbaa isaa mootii taʼee akka dibame yommuu dhagaʼu tajaajiltoota isaa gara Solomoonitti erge.+