LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.

  • 1 Seenaa Baraa 14:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Hiiraam+ mootiin Xiiros Daawitiif mana* akka ijaaraniif ergamtoota, akkasumas saanqaa gaattiraa, namoota dhagaa bocanii* fi anaaxota gara isaatti ni erge.+ 2 Daawitis inni saba isaa Israaʼeliif jedhee mootii guddaa waan isa godheef,+ Yihowaan Israaʼel irratti mootii godhee cimsee akka isa dhaabe ni beeke.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi