12Kanaafuu, Yihowaan Naataaniin+ gara Daawititti erge. Innis gara isaatti ol seenee+ akkana isaan jedhe: “Magaalaa tokko keessa namoonni lama jiru turan; inni tokko sooressa, inni tokko immoo hiyyeessa ture.
29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;