1 Mootota 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Saadoq+ lubichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, Naataan+ raajichi, Shimeʼiin,+ Reʼiinii fi loltoonni Daawit warri jajjaboon+ garuu Adoniyaa hin deggerre. 1 Seenaa Baraa 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Daawit mana* isaa keessa jiraachuu akkuma jalqabeen Naataan+ raajichaan, “Taabonni kakuu Yihowaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin+ ijaarame keessa jiraachaan jira” jedhe. 1 Seenaa Baraa 29:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;
8 Saadoq+ lubichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, Naataan+ raajichi, Shimeʼiin,+ Reʼiinii fi loltoonni Daawit warri jajjaboon+ garuu Adoniyaa hin deggerre.
17 Daawit mana* isaa keessa jiraachuu akkuma jalqabeen Naataan+ raajichaan, “Taabonni kakuu Yihowaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin+ ijaarame keessa jiraachaan jira” jedhe.
29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;