-
2 Saamuʼel 7:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Mootichi mana* isaa keessa jiraachuu yommuu jalqabee+ fi Yihowaanis diinota isaa warra naannoo isaa jiran hundumaa irraa yommuu boqonnaa isaaf kennetti, 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe. 3 Naataanis, “Yihowaan sii wajjin waan jiruuf dhaqi, wanta garaa kee keessa jiru hundumaa raawwadhu” jedhee mootichaaf deebise.+
-
-
1 Seenaa Baraa 15:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Innis Magaalaa Daawit keessatti ofii isaatiif manneen ijaaruu isaa itti fufe; iddoo Taabonni Waaqa dhugaa kaaʼamu tokkos ni qopheesse; isaafis dunkaana tokko ni dhaabe.+
-