1 Seenaa Baraa 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+
16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+