LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 6:17-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Isaanis Taabota Yihowaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessatti bakka isaaf qophaaʼe keessa kaaʼan.+ Achiis Daawit Yihowaa duratti aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ dhiheesse.+ 18 Daawit aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa sana dhiheessee yommuu xumuru, maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaatiin sabicha eebbise. 19 Kana malees, inni namoota hundumaatiif, jechuunis Israaʼelota walitti qabaman hundumaatiif, tokkoon tokkoon dhiirotaa fi dubartootaatiif daabboo bifa amartiitiin tolfame tokko tokko, bixxillee teemirii tokko tokkoo fi bixxillee zabiibii tokko tokko ni hire; achiis namoonni sun hundi gara mana mana isaanii deeman.

  • 1 Mootota 8:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Solomoon Mootichii fi guutummaan yaaʼii Israaʼel warri gara isaa akka dhufan waamaman Taabota sana dura jiru turan. Hoolonnii fi loon baayʼina isaaniitiin kan kaʼe lakkaaʼamuu hin dandeenye hedduunis aarsaa godhamanii dhihaatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi