-
1 Seenaa Baraa 16:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+ 2 Daawit aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ sana dhiheessee yommuu xumuru, maqaa Yihowaatiin sabicha ni eebbise. 3 Kana malees, Israaʼelota hundumaatiif, tokkoon tokkoon dhiirotaa fi dubartootaatiif daabboo tokko tokko, bixxillee teemirii tokko tokkoo fi bixxillee zabiibii tokko tokko ni hire.
-