LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Abbaan koo Daawitis mana maqaa Yihowaa Waaqa Israaʼeliif taʼu ijaaruun hawwii garaa isaa ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 17:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Naataanis, “Waaqni dhugaan sii wajjin waan jiruuf, wanta garaa kee keessa jiru hundumaa raawwadhu” jedhee Daawitiif deebise.

  • 1 Seenaa Baraa 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Daawit ilma isaa Solomooniin akkana jedhe: “Ani gama kootiin, maqaa Waaqa koo Yihowaatiif mana ijaaruun hawwii garaa kootii ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi