1 Seenaa Baraa 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Daawit mana* isaa keessa jiraachuu akkuma jalqabeen Naataan+ raajichaan, “Taabonni kakuu Yihowaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin+ ijaarame keessa jiraachaan jira” jedhe.
17 Daawit mana* isaa keessa jiraachuu akkuma jalqabeen Naataan+ raajichaan, “Taabonni kakuu Yihowaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin+ ijaarame keessa jiraachaan jira” jedhe.