-
2 Saamuʼel 7:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Mootichi mana* isaa keessa jiraachuu yommuu jalqabee+ fi Yihowaanis diinota isaa warra naannoo isaa jiran hundumaa irraa yommuu boqonnaa isaaf kennetti, 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.
-