LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.

  • 1 Mootota 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Abbaan koo Daawitis mana maqaa Yihowaa Waaqa Israaʼeliif taʼu ijaaruun hawwii garaa isaa ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis Daawit Taabota Yihowaa gara iddoo inni isaaf qopheessetti fiduuf guutummaa Israaʼeliin Yerusaalemitti walitti qabe.+

  • 1 Seenaa Baraa 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 achiis akkana isaaniin jedhe: “Isin dura buutota manneen abbootii Leewwotaa ti. Isinii fi obboloonni keessan of qulqulleessaa; achiis Taabota Yihowaa Waaqa Israaʼel gara iddoo ani isaaf qopheessetti fidaa.

  • Hojii Ergamootaa 7:45, 46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Abbootiin keenyas Iyyaasuu wajjin dunkaanicha fudhatanii gara biyya saboota+ Waaqayyo abbootii keenya duraa ariʼe sanaatti geessan.+ Innis hanga bara Daawititti asuma ture. 46 Daawit Waaqayyo duratti fudhatama kan argate yeroo taʼu, Waaqa Yaaqoobiif iddoo jireenyaa ijaaruuf mirgi akka isaaf kennamu gaafate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi