-
Iyyaasuu 24:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yihowaan Amoorota dabalatee saboota warra nu dura biyyattii keessa jiraachaa turan hundumaa ariʼeera. Kanaafuu, nutis Yihowaa tajaajilla; sababiin isaas inni Waaqa keenya dha.”
-