Keessa Deebii 11:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan saboota kana hundumaa isin duraa ni ariʼa;+ isinis saboota isin caalaa ciccimoo taʼanii fi uummata hedduu qaban biyyaa ni ariitu.+
23 Yihowaan saboota kana hundumaa isin duraa ni ariʼa;+ isinis saboota isin caalaa ciccimoo taʼanii fi uummata hedduu qaban biyyaa ni ariitu.+