Baʼuu 23:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Utuu ati achi hin gaʼin diinota keetti naasuu* nan erga;+ ani Hiiwota, Kanaʼaanotaa fi Heetota si duraa nan ariʼa.+ Iyyaasuu 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Itti fufuudhaanis akkana jedhe: “Isin Waaqni jiraataan isin gidduu akka jiru,+ akkasumas mamii tokko malee Kanaʼaanota, Heetota, Hiiwota, Pheriizota, Girgaashota, Amoorotaa fi Yebuusota isin duraa akka ariʼu kanaan ni beektu.+
28 Utuu ati achi hin gaʼin diinota keetti naasuu* nan erga;+ ani Hiiwota, Kanaʼaanotaa fi Heetota si duraa nan ariʼa.+
10 Itti fufuudhaanis akkana jedhe: “Isin Waaqni jiraataan isin gidduu akka jiru,+ akkasumas mamii tokko malee Kanaʼaanota, Heetota, Hiiwota, Pheriizota, Girgaashota, Amoorotaa fi Yebuusota isin duraa akka ariʼu kanaan ni beektu.+