Keessa Deebii 7:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Waaqni kee Yihowaan inni Waaqa guddaa fi sodaachisaa taʼe+ sii wajjin waan jiruuf,+ isaaniin kan kaʼe hin sodaatin.
21 Waaqni kee Yihowaan inni Waaqa guddaa fi sodaachisaa taʼe+ sii wajjin waan jiruuf,+ isaaniin kan kaʼe hin sodaatin.