LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 10:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan Waaqa waaqolii,+ Gooftaa gooftotaa, Waaqa guddaa, jabaa fi sodaatamaa taʼe dha; inni eenyuuf iyyuu hin loogu,+ mattaʼaas hin fudhatu.

  • 1 Saamuʼel 4:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Filisxeemonni, “Waaqayyo gara buufata sanaatti seeneera!” jedhanii sodaatan.+ Kanaafuu akkana jedhan: “Wanti akkanaa kanaan dura takkaa illee taʼee waan hin beekneef nuuf wayyoo! 8 Nuuf wayyoo! Harka Waaqa humna qabeessa taʼe kana jalaa eenyutu nu oolcha? Waaqni inni warra Gibxii lafa onaa keessatti dhaʼicha adda addaatiin rukute isa kana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi