-
Baʼuu 18:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Wanta inni warra saba isaa irratti of tuulummaa argisiisan irratti raawwateen kan kaʼe, amma ani Yihowaan waaqolii kaan hunda irra akka caalu+ beekeera.”
-
-
2 Seenaa Baraa 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Waaqni keenya waaqolii kan biroo hundumaa irra kan caalu waan taʼeef, manni ani ijaaru guddaa ni taʼa.
-
-
Faarfannaa 97:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yaa Yihowaa, ati guutummaa lafaa irratti Hundaa Oli;
Waaqolii kaan hundumaa caalaa baayʼee ol qabamteetta.+
-