LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+

      Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+

      Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+

  • Faarfannaa 95:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sababiin isaas, Yihowaan Waaqa guddaa dha,

      Waaqolii kan biroo hundumaa irrattis Mootii guddaa dha.+

  • Faarfannaa 97:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa Yihowaa, ati guutummaa lafaa irratti Hundaa Oli;

      Waaqolii kaan hundumaa caalaa baayʼee ol qabamteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi