LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Wanta inni warra saba isaa irratti of tuulummaa argisiisan irratti raawwateen kan kaʼe, amma ani Yihowaan waaqolii kaan hunda irra akka caalu+ beekeera.”

  • Ermiyaas 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha.

      Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+

      Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+

      Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.

  • 1 Qorontos 8:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sababiin isaas, “waaqolii” hedduunii fi “gooftolii” hedduun jiru; taʼus, samii irrattis taʼe lafa irratti+ waaqolii kan jedhaman yoo jiraatan iyyuu, 6 nuuf garuu Waaqa tokkicha+ isa Abbaa+ keenya taʼe, isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis kan isaa taane qofatu jira;+ akkasumas, Gooftaa tokkicha isa wantoonni hundi karaa isaa argamanii+ fi nutis karaa isaa argamne Yesuus Kiristoos qofatu jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi