-
Baʼuu 7:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Harka koo Gibxii irratti yommuun diriirsuu fi Israaʼelota isaan gidduudhaa yommuun baasu, warri Gibxii ani Yihowaa akkan taʼe dhugumaan ni beeku.”+
-
-
Faarfannaa 78:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Mallattoowwan isaa Gibxii keessatti,+
Dinqiiwwan isaas naannoo Zoʼaan keessatti akkamitti akka argisiise,
-
Faarfannaa 78:51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Dhuma irrattis angafoota Gibxii hundumaa,
Warra firii jalqaba jabina isaanii taʼan dunkaanota Kaam keessatti ni rukute.+
-
-
-