LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Saba kana dura buʼee kan ceʼuu+ fi biyya ati argitu sana akka dhaalan kan godhu isa waan taʼeef, Iyyaasuu muudi,+ isa jajjabeessi, akkasumas isa cimsi.’

  • Keessa Deebii 31:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqni kee Yihowaan si dursee gamatti ni ceʼa; innumti saboota kana si duratti haxaaʼee ni balleessa; atis isaan ni ariita.+ Akkuma Yihowaan dubbatetti, Iyyaasuun geggeessee si ceesisa.+

  • Iyyaasuu 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, sabichi Yordaanosiin ceʼuu isaa dura yommuu dunkaana isaa keessaa baʼee deemuu jalqabetti, luboonni warri taabota+ kakuu baatan sabicha dura buʼanii deeman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi