-
Iyyaasuu 3:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Sana booda Iyyaasuun lubootaan, “Taabota+ kakuu fuudhaatii sabicha dura darbaa” jedhe. Kanaafuu, isaan taabota kakuu sana fuudhanii sabicha dura ni deeman.
-
-
Hojii Ergamootaa 7:44, 45Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 “Abbootiin keenya lafa onaa keessatti dunkaana ragaa baatuu qabu turan; dunkaanni kun kan tolfame akkuma ajaja yeroo Waaqayyo Museetti dubbate isaaf kennettii fi akkuma pilaanii isatti argisiisetti dha.+ 45 Abbootiin keenyas Iyyaasuu wajjin dunkaanicha fudhatanii gara biyya saboota+ Waaqayyo abbootii keenya duraa ariʼe sanaatti geessan.+ Innis hanga bara Daawititti asuma ture.
-