1 Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe erga duʼee booda, Yihowaan Iyyaasuu+ ilma Nuun isa tajaajilaa+ Musee tureen akkana jedhe: 2 “Tajaajilaan koo Museen duʼeera.+ Ammas atii fi sabni kun hundi kaʼaatii biyya ani isaaniif, jechuunis saba Israaʼeliif kennutti seenuuf Yordaanosiin ceʼaa.+