Baʼuu 24:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+ Lakkoofsa 11:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni ijoollummaa isaatii jalqabee tajaajilaa Musee ture deebisee, “Yaa gooftaa koo Musee, isaan dhowwi!”+ jedhe.
13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+
28 Achiis Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni ijoollummaa isaatii jalqabee tajaajilaa Musee ture deebisee, “Yaa gooftaa koo Musee, isaan dhowwi!”+ jedhe.