LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Museen Iyyaasuudhaan,+ “Namoota nuu filadhuutii Amaaleqota waraanuuf baʼi. Anis boru ulee Waaqa dhugaa harka kootti qabadhee fiixee tabbichaa irra nan dhaabbadha” jedhe.

  • Baʼuu 24:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+

  • Baʼuu 33:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan Musee kan haasofsiisu, akkuma namni tokko nama kan biraa haasofsiisutti fuulaa fuulatti ture.+ Yommuu inni gara buufatichaatti deebiʼu, Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni tajaajilaa fi gargaaraa+ isaa taʼe dunkaanicha biraa hin deemu ture.

  • Lakkoofsa 27:18-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Iyyaasuu ilma Nuun isa hafuurri irra jiru sana fuudhiitii harka kee isa irra kaaʼi.+ 19 Achiis Eleʼazaar lubichaa fi guutummaa yaaʼichaa dura isa dhaabbachiisi; isaan durattis isa muudi.+ 20 Guutummaan yaaʼii Israaʼel akka isa dhagaʼuuf,+ aangoo* kee irraa muraasa isaaf kenni.+

  • Keessa Deebii 31:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqni kee Yihowaan si dursee gamatti ni ceʼa; innumti saboota kana si duratti haxaaʼee ni balleessa; atis isaan ni ariita.+ Akkuma Yihowaan dubbatetti, Iyyaasuun geggeessee si ceesisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi