Lakkoofsa 11:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni ijoollummaa isaatii jalqabee tajaajilaa Musee ture deebisee, “Yaa gooftaa koo Musee, isaan dhowwi!”+ jedhe. Keessa Deebii 1:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Iyyaasuu ilma Nuun isa si fuuldura dhaabbatu+ sanatu gara biyyattiitti gala.+ Israaʼel biyyattii akka dhaalu kan godhu isa waan taʼeef, isa jabeessi.”*+) Iyyaasuu 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe erga duʼee booda, Yihowaan Iyyaasuu*+ ilma Nuun isa tajaajilaa+ Musee tureen akkana jedhe:
28 Achiis Iyyaasuun+ ilmi Nuun inni ijoollummaa isaatii jalqabee tajaajilaa Musee ture deebisee, “Yaa gooftaa koo Musee, isaan dhowwi!”+ jedhe.
38 Iyyaasuu ilma Nuun isa si fuuldura dhaabbatu+ sanatu gara biyyattiitti gala.+ Israaʼel biyyattii akka dhaalu kan godhu isa waan taʼeef, isa jabeessi.”*+)
1 Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe erga duʼee booda, Yihowaan Iyyaasuu*+ ilma Nuun isa tajaajilaa+ Musee tureen akkana jedhe: