LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 27:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Iyyaasuu ilma Nuun isa hafuurri irra jiru sana fuudhiitii harka kee isa irra kaaʼi.+

  • Keessa Deebii 31:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Museen Iyyaasuu waamee guutummaa Israaʼel duratti akkana isaan jedhe: “Saba kana gara biyya Yihowaan abbootii isaaniitiif kennuuf isaaniif kakatetti kan galchu si waan taʼeef, onnadhu, cimis;+ ati biyyattii dhaalaan isaaniif ni kennita.+

  • Iyyaasuu 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sabni kun biyya ani abbootii isaaniitiif kennuuf kakadhe+ akka dhaalu kan godhu si waan taʼeef, onnadhu, cimis.+

  • Iyyaasuu 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani onnadhu, cimis jedhee si hin ajajnee? Bakka dhaqxu hundumaatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin waan jiruuf, hin naʼin yookiin hin sodaatin.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi