LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 27:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Iyyaasuu ilma Nuun isa hafuurri irra jiru sana fuudhiitii harka kee isa irra kaaʼi.+

  • Keessa Deebii 3:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Saba kana dura buʼee kan ceʼuu+ fi biyya ati argitu sana akka dhaalan kan godhu isa waan taʼeef, Iyyaasuu muudi,+ isa jajjabeessi, akkasumas isa cimsi.’

  • Iyyaasuu 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Tajaajilaan koo Museen duʼeera.+ Ammas atii fi sabni kun hundi kaʼaatii biyya ani isaaniif, jechuunis saba Israaʼeliif kennutti seenuuf Yordaanosiin ceʼaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi