-
Lakkoofsa 27:18-20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kanaafuu, Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Iyyaasuu ilma Nuun isa hafuurri irra jiru sana fuudhiitii harka kee isa irra kaaʼi.+ 19 Achiis Eleʼazaar lubichaa fi guutummaa yaaʼichaa dura isa dhaabbachiisi; isaan durattis isa muudi.+ 20 Guutummaan yaaʼii Israaʼel akka isa dhagaʼuuf,+ aangoo* kee irraa muraasa isaaf kenni.+
-