-
Baʼuu 33:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Yommuu ulfinni koo achiin darbu, holqa qarsaa sanaa keessa sin kaaʼa; hamman achiin darbuttis harka kootiin sin dhoksa. 23 Sana booda harka koo nan deebisa; atis dugda koo ni argita. Fuulli koo garuu hin mulʼatu.”+
-