2 Saamuʼel 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe. 2 Saamuʼel 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, Yihowaan Naataaniin+ gara Daawititti erge. Innis gara isaatti ol seenee+ akkana isaan jedhe: “Magaalaa tokko keessa namoonni lama jiru turan; inni tokko sooressa, inni tokko immoo hiyyeessa ture.
2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.
12 Kanaafuu, Yihowaan Naataaniin+ gara Daawititti erge. Innis gara isaatti ol seenee+ akkana isaan jedhe: “Magaalaa tokko keessa namoonni lama jiru turan; inni tokko sooressa, inni tokko immoo hiyyeessa ture.