LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 38:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihudaanis Taamaar ishii haadha manaa ilma isaa taateen, “Ilmi koo Sheelaan hamma guddatutti akka dubartii abbaan manaa irraa duʼeetti mana abbaa keetii keessa jiraadhu” jedhe; akkana kan jedhe, ‘Tarii innis akkuma obboloota isaa ni duʼa’+ jedhee waan yaadeef ture. Kanaafuu, Taamaar deemtee mana abbaa ishii keessa jiraachuu jalqabde.

  • Keessa Deebii 25:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Obboloonni lama waliin kan jiraatan yoo taʼee fi isaan keessaa inni tokko ilma utuu hin dhalchin yoo duʼe, haati manaa namicha duʼe sanaa nama maatii sana irraa ala taʼetti heerumuu hin qabdu. Waarsaan ishii gara ishii dhaqee ishii haa fuudhu; wanta waarsaa irraa eegamus haa raawwatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi