Baʼuu 38:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Warqiin hojii iddoo qulqulluu hundumaatiif oole hundi warqii kennaa sochoofamuuf+ dhihaatee wajjin qixxee yeroo taʼu, innis akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti taalaantii* 29 fi sheeqilii* 730 ture.
24 Warqiin hojii iddoo qulqulluu hundumaatiif oole hundi warqii kennaa sochoofamuuf+ dhihaatee wajjin qixxee yeroo taʼu, innis akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti taalaantii* 29 fi sheeqilii* 730 ture.