22 Dhiironnii fi dubartoonni warri fedhii qaban hundi faayawwan uffata irratti maxxanfaman, lootiiwwan, qubeellaawwan, faayawwan kaanii fi miʼawwan warqii akaakuu adda addaa fidanii dhufu turan. Hundi isaanii kennaawwan warqii isaanii Yihowaadhaaf ni dhiheessan.+