LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqayyos, “Ulicha lafatti darbadhu” isaan jedhe. Innis lafatti darbate; ulichis bofa taʼe;+ Museenis isa irraa baqate.

  • Baʼuu 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yihowaan ammas, “Maaloo, harka kee dachaʼaa uffata keetii keessa kaaʼi” isaan jedhe. Innis harka isaa dachaʼaa uffata isaa keessa ni kaaʼe. Harka isaa achi keessaa yommuu baasus, harki isaa dhukkuba nadaayiitiin rukutamee akkuma cabbii taʼee ture!+

  • Baʼuu 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isaan amma iyyuu mallattoowwan lamaan kana yoo amanuu baatanii fi sagalee kee yoo dhagaʼuu baatan, ati Laga Abbayyaa irraa bishaan xinnoo fudhattee lafa gogaa irratti dhangalaasta; bishaan ati lagicha irraa fudhattes lafa gogaa sana irratti dhiiga ni taʼa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi