-
Baʼuu 25:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Isin akkuma pilaanii ani sitti argisiisutti godoo qulqulluu sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa ni hojjettu.+
-
-
Baʼuu 39:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Kanaafuu, hojiin godoo qulqulluu, jechuunis hojiin dunkaana walgaʼii hundi ni xumurame; Israaʼelonnis wanta Yihowaan Musee ajaje hundumaa ni raawwatan.+ Isaan akkanuma ni godhan.
-