LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:37, 38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 “‘Ayyaanonni Yihowaa yeroo murtaaʼetti kabajaman+ warri isin walgaʼiiwwan qulqulluu akka taʼanitti labsuu qabdanii+ fi aarsaan ibiddaan gubamu, jechuunis akkuma guyyaa guyyaadhaan akka dhihaatan ajajametti aarsaan gubamuu+ fi aarsaan midhaanii,+ akkasumas aarsaawwan dhugaatii+ Yihowaadhaaf itti dhihaatu kanneen kana dha. 38 Kanneen kun, warra guyyoota sanbataatti Yihowaadhaaf dhihaatan,+ kennaawwan keessan,+ kennaawwan wareegaa keessanii+ fi aarsaawwan fedhii keessaniin dhiheessitan,+ jechuunis warra Yihowaadhaaf kennuu qabdan irratti dabaltanii dhiheessitani dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi