Lakkoofsa 28:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+ Lakkoofsa 29:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “‘Jiʼa torbaffaa kana keessaa guyyaa kurnaffaatti walgaʼii qulqulluu godhadhaa;+ ofis cunqursaa.* Yeroo kanatti hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+
26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+
7 “‘Jiʼa torbaffaa kana keessaa guyyaa kurnaffaatti walgaʼii qulqulluu godhadhaa;+ ofis cunqursaa.* Yeroo kanatti hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+