-
Baʼuu 20:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “Guyyaa Sanbataa qulqulluu gootee eeguu hin dagatin.+
-
-
Baʼuu 31:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Ani Yihowaan isa isin qulqulleessu akkan taʼe akka beektaniif, guutummaa dhaloota keessanii keessatti mallattoo waan taʼeef, keessumaa sanbatawwan koo kabajaa.+
-