LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 16:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Innis, “Kun wanta Yihowaan dubbate dha. Boru guyyaa guutummaatti itti boqotamu,* jechuunis Yihowaadhaaf sanbata qulqulluu ni taʼa.+ Wanta tolchuu qabdan tolchaa; wanta affeeluu qabdan affeelaa;+ wanta isa irraa hafe immoo hamma boru ganamaatti kaaʼadhaa” isaaniin jedhe.

  • Baʼuu 31:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Akkana jedhii Israaʼelotatti dubbadhu: ‘Ani Yihowaan isa isin qulqulleessu akkan taʼe akka beektaniif, guutummaa dhaloota keessanii keessatti mallattoo waan taʼeef, keessumaa sanbatawwan koo kabajaa.+ 14 Inni isiniif wanta qulqulluu waan taʼeef, Sanbata kabajaa.+ Namni isa xureessu kam iyyuu haa ajjeeffamu. Namni kam iyyuu guyyaa kanatti hojii akkamii iyyuu yoo hojjete namni* sun saba isaa gidduudhaa balleeffamuu* qaba.+

  • Keessa Deebii 5:12-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “‘Akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti, guyyaa Sanbataa qulqulluu godhii eegi.+ 13 Guyyaa jaʼaaf hojii kee fi wantoota raawwattu hundumaa raawwadhu;+ 14 guyyaan torbaffaan garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf sanbata dha.+ Garbichi kee fi garbittiin tees akkuma kee akka boqotaniif,+ ati yookiin ilmi kee yookiin intalli tee yookiin garbichi kee yookiin garbittiin tee yookiin qotiyyoon kee yookiin harreen kee yookiin beeladoonni kee kam iyyuu yookiin namni biyya ormaa magaalota* kee keessa jiraatu+ hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi