LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 35:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Guyyaa jaʼaaf hojiin hojjetamuu dandaʼa; guyyaan torbaffaan garuu isiniif qulqulluu fi sanbata Yihowaadhaaf guutummaatti itti boqotamu dha.+ Namni guyyaa kanatti hojii hojjetu kam iyyuu haa ajjeefamu.+

  • Lakkoofsa 15:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Israaʼelonni utuma lafa onaa keessa jiranii namni tokko guyyaa Sanbataatti utuu qoraan funaanuu argan.+

  • Lakkoofsa 15:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Yihowaanis Museedhaan, “Namichi mamii tokko malee haa ajjeefamu;+ guutummaan yaaʼichaas buufatichaa alatti dhagaadhaan isa haa tumu”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi