-
Baʼuu 31:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Inni isiniif wanta qulqulluu waan taʼeef, Sanbata kabajaa.+ Namni isa xureessu kam iyyuu haa ajjeeffamu. Namni kam iyyuu guyyaa kanatti hojii akkamii iyyuu yoo hojjete namni* sun saba isaa gidduudhaa balleeffamuu* qaba.+ 15 Guyyaa jaʼaaf hojiin hojjetamuu dandaʼa; guyyaan torbaffaan garuu sanbata guutummaatti itti boqotamu dha.+ Guyyaan kun Yihowaadhaaf qulqulluu dha. Namni guyyaa Sanbataatti hojii hojjetu kam iyyuu haa ajjeefamu.
-