- 
	                        
            
            Lakkoofsa 11:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Mannaan+ akka firii dimbilaalaa ture;+ bifti isaas haphee urgaaʼu fakkaata ture. 8 Sabichis gad baʼee isa funaanee, dhagaa daakuutiin isa daaka yookiin mooyyeetti isa tuma ture. Achiis distiitti isa affeelu yookiin bixxillee godhanii isa tolchu turan;+ dhandhamni isaas akka bixxillee miʼaawaa zayitiidhaan tolfamee ture.
 
 -